Get Mystery Box with random crypto!

Haadha Walaloo

टेलीग्राम चैनल का लोगो haadhawalaloo — Haadha Walaloo H
टेलीग्राम चैनल का लोगो haadhawalaloo — Haadha Walaloo
चैनल का पता: @haadhawalaloo
श्रेणियाँ: कोटेशन
भाषा: हिंदी
ग्राहकों: 5.18K
चैनल से विवरण

Koottaa Mana walaloo keessa nu waliin jiraadhaa. Yaada qabdan kamiyyuu @Haadhabot irraan nuuf erguu dandeessu.

Ratings & Reviews

1.00

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

3


नवीनतम संदेश 2

2022-06-04 20:40:21
Kaleessaf dheengadda
dheengaddaraan achi
Torbeef ji'a darbe
tureera yerichi

Addunyaa dhokadhee
lagannaan yoon maqu
Yaada isa keessa
suurri koon warraaqu

Egaa
Turee gaafa guyyaa
yoon addunyaaf ifu
Isa kan biraa miti
Faana koo kan suufu

Namni akka kanaa
sila maqaa qofa
Irri saanii hoolaa
keessi saanii bofa

#share
@HaadhaWalaloo
987 views17:40
ओपन / कमेंट
2022-06-03 22:01:35 Shira

Fiilmii Afaan Oromoo Haaraa baayyee namatti tolu kana hundumti keessanuu dhandhamaa. Shira kamiyyuu Jaalalli ni injifata. Abbaan Dhugaa ni moo'a.



284 views19:01
ओपन / कमेंट
2022-06-02 21:43:01 Shira

Fiilmii Afaan Oromoo Haaraa baayyee namatti tolu kana hundumti keessanuu dhandhamaa. Shira kamiyyuu Jaalalli ni injifata. Abbaan Dhugaa ni moo'a.



196 views18:43
ओपन / कमेंट
2022-05-30 21:44:01 Morticha

Fiilmii Afaan Oromoo Haaraa fi Ajaa'iba ta'e kana otuu hin ilaaliin akka hin darbine.



132 views18:44
ओपन / कमेंट
2022-05-25 17:57:39 Morticha

Fiilmii Afaan Oromoo Haaraa fi Ajaa'iba ta'e kana otuu hin ilaaliin akka hin darbine.



136 views14:57
ओपन / कमेंट
2022-05-19 19:30:07 Morticha

Fiilmii Afaan Oromoo Haaraa fi Ajaa'iba ta'e kana otuu hin ilaaliin akka hin darbine.



424 views16:30
ओपन / कमेंट
2022-04-27 19:21:30 Dargommii ajaa'ibaa badhaasa dinqisiisaa qabu argachuu ni barbaadduu? Namni kamiyyuu hirmaatee qooddataa badhaasa raajii ta'e kanaa ta'uu danda'a.
735 views16:21
ओपन / कमेंट
2022-04-18 10:46:07
Osuma mortuun mortuu
Hortuunis uma horti
Dumeessaan hulluuqxee
aduun ima ifti

Nan seeqa nan kolfa
bishiq bishiq jedhee
Maaltu na dallansee
rabbitu naaf godhee

Kolfa kootti inaafi
kolfi, seeqi, taphadhu
Kolfaan humna guddaa
umrii dheereffadhu

#Share
@Haadhawalaloo
2.9K views07:46
ओपन / कमेंट
2022-04-16 13:10:53 Guyyaa adiin kunoo
kophaa na teechisaa
Nama gidduu taa'ees
suma na yaachisaa
Bonaa ilma sabaa
maaliimee qorichisaa?

Halkanii fi guyyaa
hojii kiyya taatee
Akka busaa keelloo
mataarra na baatee
Gubaa koo millattee
maal qaba yoo dhufte?

Moote onnee koo
gonfoon isaa keetii
Miilli kee murattii
yoom gara koo lufti?
Yoom ilkaan koo seeqa
yoom muufoon kuni haftii?

@Haadhawalaloo
2.7K views10:10
ओपन / कमेंट
2022-04-15 20:18:39 Obbo Korpheettii

Koomeedii Ajaa'iba Buzeex Bohaarsatiin bohaara. Kaachuu Entertainment subscribe gochuu hin dagatinaa. Like, comment and share




1.7K views17:18
ओपन / कमेंट