Osuma mortuun mortuu Hortuunis uma horti Dumeessaan hulluuqxee aduun ima ifti Nan seeqa nan kolfa bishiq bishiq jedhee Maaltu na dallansee rabbitu naaf godhee Kolfa kootti inaafi kolfi, seeqi, taphadhu Kolfaan humna guddaa umrii dheereffadhu #Share @Haadhawalaloo 2.9K views07:46