Get Mystery Box with random crypto!

OOLMAA ADDUNYAA

टेलीग्राम चैनल का लोगो olmaaadunyaa — OOLMAA ADDUNYAA O
टेलीग्राम चैनल का लोगो olmaaadunyaa — OOLMAA ADDUNYAA
चैनल का पता: @olmaaadunyaa
श्रेणियाँ: स्वास्थ्य
भाषा: हिंदी
ग्राहकों: 1.39K
चैनल से विवरण

Odeeffannoo wayitawaa fi Qulqulluun isiin gahuu dha.

Ratings & Reviews

3.00

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

1

3 stars

0

2 stars

1

1 stars

0


नवीनतम संदेश 2

2020-06-08 11:01:18 Gibtsitti namoonni haraan 1,497 vaayirasii koroonaan qabaman jedhaame.

Haga ammaatti Gibtsitti namoonni 32,612 vaayirasii kanaan qabamuu Ministirri Fayyaa biyyatti beekisiseera.

Akka Ministirichi ibsetti Gibtsitti guyyaa sanbata dura qofa namoonni 32 Vaayirasii Koroonaan du'aniru. Haluma kanaan haga ammaatti Gibtsitti namoonni 1,198 vaayirasii koroonaan lubbusanii dhabaniru.
Namoonnii 8,538 ta'an immoo vaayirasicarraa damdamataniru jedhee kan gabaase CGTNdha.
5.9K views08:01
ओपन / कमेंट
2020-06-07 15:17:07 Namoonni dabalataa 86 vaayirasiin koronaa irratti kan argame yoo ta'u, namoonni dabalataa 7 lubbuu boqachuu isaani ministeerri fayyaa Dr. Liyaa Taddese hara ibsa kenniin ifoomsaniiru.
5.5K views12:17
ओपन / कमेंट
2020-06-06 14:33:34 OBS Waxabajjii 6, 2020 – Ityoophiyaatti dabalataan qorannaa saatii 24 darbe samuunni namoota 5500 qoratameen namoota 129 irratti vaayrasiin koroonaa argamu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Waliigalaan kan har'aa dabalatee Ityoophiyaatti namoonni vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii qorannoon mirkana'es 1934ga’eera.
5.5K views11:33
ओपन / कमेंट
2020-06-06 14:15:24 #WHO

Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa(WHO) bakkeewwan ummatni baayyatu hundatti maaskiin akka uffatamu gorse.

Dhaabbatichi akka jedheetti, maaskii kaawwachuun akka vaairasiin namootaatti hindabarre kan ittisu ta’u odeeffannoo haaraan argameera.

Addunyaarratti biyyoonni tokko tokkoos manaan alatti maaskii uffachu akka dirqamaati kaa’aniiru.

Kanaan dura garuu dhaabbatichi namoonni fayyaa qaban maaskii uffachuun bu’aa qabaachusaarratti raga gahaa akka hinqabne himee ture.

Keessattuu namoonni dhukkubsataniifi kanneen isaaniif kunuunsa taasisan maaskii mirkanaa’e (medical face mask) kaawwachu qabuus jedheera.

Addunyaarattis namoonni gara miliyoona 6.7 ta’an vaayrasii Kanaan qabamunsaanii kan mirkanaa’e yoo ta’u, kuma 400 kan ta’an ammoo lubbusaanii dhabaniiru. #share

Maddi: BBC
@HawiTaMES
@HawiTaMES
5.4K views11:15
ओपन / कमेंट
2020-06-05 15:07:31 Itoophiyaatti namootni haaraan 169 Covid-19’n qabaman, lubbuun tokkos darbe.
****************

Sa’aatii 24 darban keessatti saamuda namoota 5, 798 qoratame keessaa namootni 169 Covid-19’n qabamuu Ministeerri Fayyaa fi Inistitiyuutiin Fayyaa hawaasaa ibsa waloon beeksisaniiru.
Kuniis lakkoofsa namoota hanga ammaatti qabamanii 1,805 gaheera.
Qorannoo kanaan kanneen vaayirasichi keessaatti argame keessaa dhiirri 111 dubartiin ammoo 58
Akka gabaasa kanaatti daa’ima ganna tokko irraa kaasee hanga manguddoon ganna 78 vaayirasichaan qabamaniiru.
Lammii Ameerikaa tokkoon alattis hunduu lammiilee Itoophiyaati.
Namoota haaraa qabaman kana keessaa 138 Finfinnee, 11 Oromiyaa, jaha Amaaraa, Shan Somaalee afur Uummatoota Kibbaa, afur Tigraay fi tokko ammoo Hararii irraayi.
5.1K views12:07
ओपन / कमेंट
2020-06-05 09:38:30 Koronaavaayiras: Dhimma barnootaafi qormaataa bara kanaa maaltu yaadamaa jira?

Biiroo Barnoota Oromiyaa dhimmi barnootaas ta'e qormaataa erga Covid-19n too'atame booda murtaa'a jedheera.
-» @bbcAfaanOromoo ..
========Read more===
5.1K views06:38
ओपन / कमेंट
2020-06-04 13:51:59 Fayyummaa Tiruu Keenyaa Eeggachuuf Maal Gochuu Qabnaa?
****************************
1. Dhukkuba vaayiresota tiruu ofirraa ittisuu, kunis qulqullina naannoof dhuunfaa eeguudhaan (Hepatitis A ittisa), walqunnaamtii saalaa of eeggannoo hin qabne irraa fagaachuu (hepatitis B fi C ittisa), qoratamanii ilaalamanii talaallii fudhachuun (hepatitis B ittisa) ta'uu mala.
2. Qorichoota ajaja ogeessaa fayyaa malee sababa gara garaaf (keessumaa dhukkubbiif) fudhatam yeroo hedduu fudhachuu irraa of qusachuu (Miidhaa tiruu "Drug induced hepatitis" waan nutti fiduuf)
3. Diina tiruu kan ta'e Alkoolii kamiyyuu irraa fagaachuu (Dhukkuba tiruu "Alcholic liver disease" waan nutti fiduuf)
4. Nyaata cooma hedduu of keessaa qabu nyaachuu dhiisuu fi sochii qaamaa sirriitti taasisuu (Ulfaatinni humnaa olii dhukkuba tiruu "Non Alcoholic Fatty Liver Disease" jedhamu waan nutti fiduuf)
5. Qorichoota aadaa kan hagi isaanii (dose) hin beekamne irraa of qusachuu.
6. Buna dhuguu! Qorannoowwan hedduun fi kitaaboonni fayyaa buna dhuguun (guyyaatti haga sinii afur) fayyummaa tiruu keenyaaf hedduu gaarii akka ta'e ibsu.
-----------------------------
"Fayyaan Faaya"
Dr. Gurmessa E.
4.7K views10:51
ओपन / कमेंट
2020-06-02 13:16:56 Channel name was changed to «OOLMAA ADDUNYAA»
10:16
ओपन / कमेंट
2020-06-01 15:50:24 #COVID19Ethiopia

Itoophiyaatti lakkoofsa namoota vaayirasii koronaan du'an 12 gahe. Dhiira lammii Itoophiyaa ganna 30, koronaa vaayirasiin qabame Hospitaala Eekkaa Kotobeetti yaalamaa kan ture, kanaan dura dhibee kan biroon dhibame kutaa wal'aansa addaatti yaalii argachaa ture kaleessa lubbuun isaa darbeera. Kana hordofuun lakkoofsa waliigalaa namoota sababa vaayirasichaan du'an 12 gaheera.

@HawiTaMES
@HawiTaMES
4.5K views12:50
ओपन / कमेंट
2020-06-01 14:25:47 #BREAKING

Itoophiyaatti namoonni dabalataa 85 Vaayirasii Koronaan qabaman.

Qorannoo laabraatorii sa'aatii 24 darban keessatti namoota 2,926'f gaggeeffameen namoonni 85 vaayrasii koroonaan qabamuu isaanii Ministeerri Fayyaa beeksise.

Waliigalaan Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasichaan qabamanii 1,257 qaqqabeera.

@HawiTaMES
@HawiTaMES
4.4K views11:25
ओपन / कमेंट