Get Mystery Box with random crypto!

#COVID19Ethiopia Itoophiyaatti lakkoofsa namoota vaayirasii | OOLMAA ADDUNYAA

#COVID19Ethiopia

Itoophiyaatti lakkoofsa namoota vaayirasii koronaan du'an 12 gahe. Dhiira lammii Itoophiyaa ganna 30, koronaa vaayirasiin qabame Hospitaala Eekkaa Kotobeetti yaalamaa kan ture, kanaan dura dhibee kan biroon dhibame kutaa wal'aansa addaatti yaalii argachaa ture kaleessa lubbuun isaa darbeera. Kana hordofuun lakkoofsa waliigalaa namoota sababa vaayirasichaan du'an 12 gaheera.

@HawiTaMES
@HawiTaMES