Get Mystery Box with random crypto!

OOLMAA ADDUNYAA

टेलीग्राम चैनल का लोगो olmaaadunyaa — OOLMAA ADDUNYAA O
टेलीग्राम चैनल का लोगो olmaaadunyaa — OOLMAA ADDUNYAA
चैनल का पता: @olmaaadunyaa
श्रेणियाँ: स्वास्थ्य
भाषा: हिंदी
ग्राहकों: 1.39K
चैनल से विवरण

Odeeffannoo wayitawaa fi Qulqulluun isiin gahuu dha.

Ratings & Reviews

3.00

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

1

3 stars

0

2 stars

1

1 stars

0


नवीनतम संदेश

2022-09-26 20:50:12 The account of the user that owns this channel has been inactive for the last 11 months. If it remains inactive in the next 20 days, that account will self-destruct and this channel may no longer have an owner.
17:50
ओपन / कमेंट
2021-09-04 14:51:23 Sirna barnootaa haaraa Abara barnootaa 2014 hojiirra ooluuf jiru keessatti immammanni afaanii jijjiirame akka hin jirre Biiroon Barnoota Oromiyaa hime.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3jH28wP
4.9K views11:51
ओपन / कमेंट
2021-09-04 14:51:23 Bulchiinsi Mootummaa Naannoo Amaaraa alaabaa naannichaa kan durii guutummaatti jijjiiruun haraa labsuuf filannoowwan sadii dhiyeesserratti yaada uummataa gaafate.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3tcWC8l
4.3K views11:51
ओपन / कमेंट
2020-12-17 13:31:08
7.5K views10:31
ओपन / कमेंट
2020-12-14 12:57:23 GO ORO TUBE.you tubii waa'ee Dhimmoota computeraa,mobilefi Technology irraattii kan hojjeettuu dha.please SUBSCRIBE,LIKE fi SHARE godhaa irraa fayyadamtaanii akkasumaas commentii barreessuu hin dagatiinaa maaloo nama beettan maraafuu dabarsaa akka jala hin lufnee.waan join gootaniif galatoomaa.filannoon keessan GO ORO TUBE haa ta'u.
Wantoota youtubiin keenya isin barsiisuu keessaa akkamitti you tubii irraa mallaqa argachuun akka danda'amuu,akkamitti appii fayyadamnee mallaqa hojjachuu dandeenyuu fi kkf.har'dhuma search godhaa.
7.0K views09:57
ओपन / कमेंट
2020-06-16 09:17:07 ‍ Of-eeggannoo!!
#Reetiinaa_Ija_Keenyaa_Akka_Hin_Dhabne
Waxabajjii 14/2012 ALH'tti Gaaddiddaa'uun Aduu waan mul'atuuf of-eeggannoo gochuu qabna!

Gaaddiddaa'uun Aduu bara 2012 kan mul'atu:-
- Waxabajjii 14/2012 ALH'ttidha,
- Gaaddiddaa'uu sanaan dukkanni sa'a 6'f ni argama,
- Guutummaa Itoophiyaatti ni mul'ata,
- Keessumaayyuu: Wallaggaa, Goojjam, Goondar, Dasee, Alaamaaxaa, Injibaaraatti parsantii 98 dukkana ta'ee ni mul'ata!
- Hojimaata Addunyaa karaa Dinagdee, Siyaasaa, humni olaanaa uumamaa argamuu danda'a jedhanii Saayintistoonni yaada isaanii dhiyeessaa jiru!
- Baha Itoophiyaa kaasee hanga Kaaba Itoophiyaatti Gaaddiddichi ni mul'ata!
- Aduun parsantii 98 ni gaaddiddoofti (Ji'atu gaaddiddeessa jechuudha)

Bakka itti mul'atuu fi bakka itti dhaabbatu:
- Jalqaba Walakkaa Afrikaa Koongoo irraa ni jalqaba, Sudaan, Itoophiyaa, Yemen, Paakistaan, Taayiwaan, Hindii fi Chaayinaa kutee Galaana Paasifik irratti dhaabbata!
- Dabalataan gaaddidaa'uun Aduu kun walakkaadhaan waggaa 18 booda, guutummaatti (akka kan bara kanaatti) immoo waggaa 146 booda akka deebi'ee mul'atu Saayintistoonni qorannoodhaan bira ga'aniiru!

Yeroo guutummaatti gaaddiddichi mul'atu:
- Halkan Waxabajjii 14/2012 ALH'tti sa'a 11:45 irratti ni jalqaba, ganama sa'a 03:40 irratti guutummaa guutuutti Ji'i dhufuudhaan Aduu irra ni oolti (kanaafuu, sa'a kanatti lafti parsantii 98 ni dukkanoofti), gaaddiddichi hanga guyyaa sa'a 06:45'tti ni tura! Sa'a kanatti Ji'i guutummaatti Aduu irraa ni deemti!

- Ijaan ilaaluun dhorkaadha, Retiinaa Ija namaa miidhuudhaan torban tokko booda jaamina Ijaaf nama saaxila!
- Kishaafa (Maxanxarii) Suuqii keessaa gurguramu fayyadamuun ilaaluun dhorkaadha!
- Gaaddiddaa'uu Aduuf jedhamee Kishaafni hojjetame jira garuu, biyya keessa hin jiru!
- Kishaafa Gaaddidaa'uu Aduuf fayyadu qabna warra jedhanirraa of-eeggadhaa!
- Of-eeggannoo guddaa taasisuu qabna! Dagattaniillee gaafa 14 sana (Sanbata Guddaa) hanga sa'a 06:45'tti gara Samiitti ol ilaaluu hin qabnu!


Uummanni keenya hedduun odeeffannoo kana waan hin qabneef share taasisuun hunda bira akka ga'u taasisuun dirqama lammummaa keenya haa baanu!!

Dr Liyaa Taaddasaa
Afaan Oromootti kan hiike FikaTech dirqama isaa bahateera!
10.3K views06:17
ओपन / कमेंट
2020-06-11 17:41:59 Channel photo updated
14:41
ओपन / कमेंट
2020-06-11 14:46:58 Jiraattootaa Magaalaa #Shaashamannee hundaaf

Magaalaa Shaashamanneetti namni tokko vaayrasii koroonaan qabamuun isaa mirkanaa'eera.

Namni kun guyyaa Kibxataa iddoo tursiisaa addaa magaalaa Finfinnee keessa miliquun gara Magaalaa Shaashamannee Ganda 09 (Araadaa) dhufuun hordoffii godhameen to'atamaniiru.

Namni kun qorannoo laabraatorii godhameen vaayirasichan qabamuu isaa mirkaana'uun iddoo tursiisaa addaa(Diida Boqqe) seenanii jiru.

Haata'uu malee namni vaayirasichan qabamuun isaa mirkaana'ee kun gejjibaa magaalaa keessaa taaksii fi motaraa fayyadamuun magaalichaa keessa nannawaa akka turedha kan odeeffanne.

Bulchiinsi magaalaa; Kaantibaa magaalaa Shaashamannee; Biiroon Fayyaa Godina Arsii Lixaa wal ta'uun ergaa of eeggannoo uummataaf dabarsaa akka jiran maatiin HawiTiMES nuf ibseera.

#Hubachisaa: Qajeelfamoota Dhabbanni Fayyaa Addunyaa WHO'n baasee hojiirra haa oolchinu; Maaskii fayyadamaa, harkaa irraa deddeebiin Samuunaadhaan qulqulleessa, fageenyaa keessaan eeggadha.

@HawiTames
@HawiTames
7.1K views11:46
ओपन / कमेंट
2020-06-11 11:22:27 #BREAKING

Itoophiyaatti lakkoofsi namoota sababa vaayirasii koronaan du'anii 35 gahe

Haala namoota lubbuun isaanii darbee:

Sababa vaayirasichan guyyaa kaleessa namoonni sadii(3) lubbuun isaanii darbeera.

Inni jalqaba korniyaan dhiira Jiraataa magaalaa Finfinnee umriin isaa ganna 115 yoo ta'u; lammaffaan dhiira jiraataa naannoo Oromiyaa umriin isaa ganna 35 fi sadaffaan korniyaan dhiira; jiraataa magaalaa Finfinnee umriin isaa ganna 84 lubbuun isaanii darbeera.

Namoonni lubbuun darbee kunniin, du'anii qorannoo reeffaaf wayita hospitaalatti dhufanitti samuuda fudhatameen vaayirasichaan qabamuun isaanii mirkaana'eera.

Waliigalan Itoophiyaatti lakkoofsi namoota sababa vaayirasichan lubbuun isaanii darbee 35 gaheera.

@HawiTames
@HawiTames
6.5K views08:22
ओपन / कमेंट