Get Mystery Box with random crypto!

528: Namni tokkko yoo janaabee bishaan dhiqatuun dhabe akkamit | Fataawaa NuuralHudaa

528: Namni tokkko yoo janaabee bishaan dhiqatuun dhabe akkamitti salaataa?

Gaaffii: Namni tokkko yoo janaabee bishaan dhiqatuun dhabe akkamitti salaataa?

Deebisaa: Tayamuumee salaata. Tayammuuma godheeti salaata. Egeri yeroo bishaan aragate ni dhiqata. Salaata taymuumaan salaate sanillee wayta bishaan aragate hin deebisu.

Sheikh Abdurahman Shariif