Get Mystery Box with random crypto!

526: Gaafa xiqqoodhaa haadha tiyyarraa mallaqa hataa maal godh | Fataawaa NuuralHudaa

526: Gaafa xiqqoodhaa haadha tiyyarraa mallaqa hataa maal godhuu qaba?

Gaaffii: Gaafa xiqqoodhaa haadha tiyyarraa mallaqa hataa maal godhuu qaba?

Deebisaa: Ummaa tanteetiin dhiifama naa godhi jedhiin. Naaf irra dabri jedhiin. Yoo ka hin jiraatin taate, araarama kadhadhuufii waa sadaqadhuuf inshaallah.

Sheikh Abdurrahmaan Shariif