203: Nama fayyaa fi maallaqa qabu namni biraa hajjii irraa god | Fataawaa NuuralHudaa
203: Nama fayyaa fi maallaqa qabu namni biraa hajjii irraa godhuun ni danda'amaa?
Gaafii: Nama tokko ka fayyaa qabu ka addunyaa irra jiru hajjii irraa godhuun ni danda’amaa? Nama tokko ka waan hajjiin godhu qabu hajjiin isarratti waajiba moo waajibaa miti?