Get Mystery Box with random crypto!

182: waqtiin salaata ishaa'ii eessarra jalqabee eessatti dhuma | Fataawaa NuuralHudaa

182: waqtiin salaata ishaa'ii eessarra jalqabee eessatti dhumata?

Deebisaa: Salaanni Ishaa’ii eegaa Magriibni dabre irraa haga halakan saa’aa 6:00 qofa. Salaanni ishaa’i saa’aa 6:00 dabarraan qadaa ta’ee dilii guddaa namatti ta’a. Saa’aa jaha bira dabruu hin qabu insha Allaah.

Sheikh Alii Jimmaa