Get Mystery Box with random crypto!

178: Obboleessa nama irraa du'e sadaqaan ni baafamaa?   Deebi | Fataawaa NuuralHudaa

178: Obboleessa nama irraa du'e sadaqaan ni baafamaa?
 
Deebisaa: Sadaqaa takkallee wanni sirraa fedhan takkallee hin jirtu. Yoo ilmaan xixiqqoon du’an abbootiin haqiiqaa baasuu qabdi ilmaan xixiqqoo saniif. Abbaa irraa fedhama malee sirraa wanni fedhamu tokkollee hin jiru.
 
Sheikh Alii Jimmaa