Get Mystery Box with random crypto!

176: Namni tokko ka intala takka karaa haraamaatiin itti dhufe | Fataawaa NuuralHudaa

176: Namni tokko ka intala takka karaa haraamaatiin itti dhufe eegasii deebi’ee fuudhuu ni dand’aa?

Deebisaa: Ulamaan islaama seera kaayanii jirani. Namni tokko yoo dubartii takka karaa nikaha hin qabneen waliin rafe dura adda bahuu qaban walirraa fagaachuu jechu, ajnabiyyumma duraa kaamila sanitti deebi’uu qabani duraanuu ajnabiyyuma haraama dalagan malee. Akkasuma toowbachuu qaban. Boohuu qaban, Sadaqachuu qaban, yeroo dheertuu walirraa turanii eegasii karaa halaalaatiin walitti deebi’anii waliyyirraa kadhatanii, fira irraa kadhatanii fuudhu ni danda’anii toowbaa isaanii Rabbiin ima qeebalaa inshaaAllah.

  Sheikh Alii Jimmaa