171: Taraawiha jiddutti haasayuun ni dhoorkamaa? Gaafii: Taraawiha jiddutti dubbachuun akkami? Taraawiha jidduu jechuun kiyya Raka’a lama lamaan salaatani yoo salaama baafatan namaan walitti haasawuun ni ta’aa? Deebisaa: Wamaa wanni dhoowwe hin jiru. Salaata tokko salaatanii yoo salaama baafatan salaata lammaffaa hanaga hin seeniniin dura haaswuun huma Rakkoo hin qabu. Bakka jijjiirachuu yookan haasawuu shari’aan hayyamtee jirti. Sheikh Alii Jimmaa 1.0K views𝐰𝐚𝐚𝐧 𝐬𝐢 𝐝𝐡𝐢𝐛𝐞𝐞𝐟 𝐝𝐞𝐞𝐛𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐭𝐭𝐞𝐞?, 10:40