Get Mystery Box with random crypto!

170: Janaabaa dhiqachuun dura yoo wuduu’adhe booda itti deebi’ | Fataawaa NuuralHudaa

170: Janaabaa dhiqachuun dura yoo wuduu’adhe booda itti deebi’ee wuduu’achuu qabaa?

Gaafii: Wuduun akkam ta’aa, osoo qaama jaanabdaa dhiqachuun duratti yoo dhiqadhee istinjaa godhadhe akkam? Eega qaama dhiqadhe ka’ee ni deebisaa istinjaa kiyya?
 
Deebisaa: Istinjaaf wudu’allee hin deebistu. Eega qaama dhiqattee geeffatte yoo duraan wudu’a geeffatte wudu’a keellee itti hin deebitu wudu’uni kee guutuudha.

Sheikh Alii Jimmaa