Get Mystery Box with random crypto!

159: Khuxbaarratti aamiin jechuun akkami? Gaafii: Khuxbaa jum | Fataawaa NuuralHudaa

159: Khuxbaarratti aamiin jechuun akkami?

Gaafii: Khuxbaa jum’aarratti hogguu imaamni duaaii godhu jalaa aamiin jechuun maal qabdi?
 
Deebisaa: Yaa gabricha Rabbii duaaiin sumuda hin qabne hin qeebalamtu hadiisa jedhutu jira. Sumudni ykn chaappaan duaaiidhaa aamiin jechu. Garuu ammoo ta sagalee ol fuudhanii bakka takkatti aamiin jedhan tanaa miti. Suutumatti matuma ufiitiif namuu bakkuma jiruu aamiin jechuun waa takkallee dhoorkaan hin jiru. Ta bakka takka takkatti guyyaa jumu’aadhaa sagalee ol fuudhuun Radiyallaahu anhu jedhan san bid’a.
 
Dr. Liwaa’ulislaam