Get Mystery Box with random crypto!

142: Salaata walitti qabanii salaatuun ni tahaa? Gaafii: Biyy | Fataawaa NuuralHudaa

142: Salaata walitti qabanii salaatuun ni tahaa?

Gaafii: Biyya Ommaan kanatti salaata Zuhriifi Asrii walumatti qabanii salaatan yeroo hedduu.
 
Deebisaa: Salaata yeroo takka takka yeroo shariaan walitti qabanii salaatuu hayyamte malee warri biyyaa akkanumatti salaata aadaa godhatanii jam’ii godhuun waan hin jirre.
 
Sheikh Alii Jimmaa