Get Mystery Box with random crypto!

Gorsa jaalala kan mataa kootitti Nama tokko dhugaan osoo jaa | Dhaamsa Jaalalaa 💝

Gorsa jaalala kan mataa kootitti

Nama tokko dhugaan osoo jaalattuu yoo dhabde miidhamaan si osoo hin taane isa otuu ati jaalattuu si dhiisee deemedha; sababni isaas Inni Nama dhugaan isa jaalatu tokko dhabe, Ati garuu nama sin jaalanne tokko dhabde; yeroof onneen kee miidhamtus moo'ichi kankeeti kanaafuu jabaadhu of hin miidhiin!

Halkan bareedduu qabaadhaa

@Ruhiikoo
Maxxansa kiyyaaf gochuu hin dagatiinaa hamilee keenyaaf!
#halkan_Gaarii !!!

// \\ // \\
@Qaroojaalala
#share
#join