Get Mystery Box with random crypto!

53: Soomana akkamittiin qadaa baasa? Gaafii: Soomana guyya sa | Fataawaa NuuralHudaa

53: Soomana akkamittiin qadaa baasa?

Gaafii: Soomana guyya sagaliittu narra jira, akkamitti kaffaaraaa wajjin qadaa baasa?
 
Deebisaa: Wanni sirra jiru guyyama sagali. Hamma dandeetutti ufirraa baasi, ta kaffaaraadhaa ammoo ulamaayiin irratti wal kallafe. Fiinxeen wanni ati qabachuu qabdu, bikka kaffaaraa yoo tawbattellee ni dandessa. Qadaan garuu tawbaan namarraa hin bu’u. Qadaa kee soommanii  Rabbii kee araarama kadhadhu.
 
Dr. Liwaa’ulislaam