Get Mystery Box with random crypto!

515: Dibatni matatti diddibatan salaata ni balleessaa? Gaaffi | Fataawaa NuuralHudaa

515: Dibatni matatti diddibatan salaata ni balleessaa?

Gaaffii: nuti dhalaan mataa kana waa diddibanna , odoo mataa kana ofirraa hin dhiqne yoo salaate maal qaba ?  

 
Deebisaa: wonni ati dibatte sun yoo waan xahaaraa tahe waa takkallee rakkoo hin qabu feetu dhadhaa addaannoo , feetu kireeba , feetu qibaatii, akka sanitti salaatuun waa takkallee sirraa hin miidhu
 
Dr. Liwaa’ul Isalam