214: : Jaartiin tiyya takka mana keessa ufumaa baatee yoo dhabamte intala tanaaf ana badiin maaltu narra jira? Deebisaa: Jaartiin tee nikaha kee qabdi waan manaa baase, rakkina manaa baase anatu rakkina irra fide moo badiif baatee jala deemtee gaafachuun dirqama keeti. Yoo wanni ati isii goote aariif manarraa isii baaftes fayyifatteee manatti deebisuun keeti. Takkaahuu warra keessaniin walbiratti dhiiftee warra keessaniin yoo waldhibanii baates rakkoo isii tana beeytee bakka isiif godhuun dirqama keeti. Yoo isiin ka bultii tee hin feene taatee ka manarraa baatu taate osoo beeytu yoo itti dhiifte badiin alatti dalagdu badii irratti situ gargaareefii badii irratti usuun kee badii ufirratti murtii godhuudha diliin sillee si hin hanqattu intala sani takkaa manatti deebisuu takkaa hiiktee qulqulleessuu waa lamaan irraa filadhu. Dr.Liwaa’ulislaam 986 views𝐰𝐚𝐚𝐧 𝐬𝐢 𝐝𝐡𝐢𝐛𝐞𝐞𝐟 𝐝𝐞𝐞𝐛𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐭𝐭𝐞𝐞?, 02:57