Get Mystery Box with random crypto!

180: Khuxbaa Jum'aa Afaan Arabaa dhagayuu dhabuu kiyyaaf dilii | Fataawaa NuuralHudaa

180: Khuxbaa Jum'aa Afaan Arabaa dhagayuu dhabuu kiyyaaf diliin narratti ni argamtii?

Gaafii: Khuxbaa Juma’aa yeroo hedduu afaan Arabaa hin dhagayuu khuxbaa juma’a dhagayuu dhabuu kiyyaaf maali diliin narra jiru?

Deebisaa: Afaan Arabaa hanga dandeesseen baradhuu khuxbaan gorsa keetii, gorsa kankee akka dandeesseen fahami. Waan fahamuu dhabdeef ammoo Rabbiin si hin gaafatu inshaallah.

Sheikh Alii Jimmaa