Get Mystery Box with random crypto!

174: Namni adaadaa/haboo tiyya fuudhe ana hoo fuudhuu ni danda | Fataawaa NuuralHudaa

174: Namni adaadaa/haboo tiyya fuudhe ana hoo fuudhuu ni danda'aa?
 
Deebisaa: Walitti qabuu hin danda’u malee adda addatti fuudhuu ni danda’a. Dura fedhu si fuudhee eegaasii yoo haboo fuudhe. Haboo tantee fuudhee ka’ee yoo gad dhiise si fuudhu ni danda’a humaa rakkoon hin jiru.
 
Sheikh Alii Jimmaa