Get Mystery Box with random crypto!

Iji hamtuu sin argin ooli karaa maqaa dharaaf da'oon ta'in ta' | Haadha Walaloo

Iji hamtuu sin argin
ooli karaa maqaa
dharaaf da'oon ta'in
ta'i faajjii haqaa

Mirmirsi dhalootaf
labsi eenyummaa
sagaleen kee kuullee
argaan keeyyuu damma

#share
@HaadhaWalaloo