Get Mystery Box with random crypto!

Dhaloota mandaraa hin ta'in yaa koodee Akkas taanan hin muufa | Haadha Walaloo

Dhaloota mandaraa
hin ta'in yaa koodee
Akkas taanan hin muufatin
yoon ani siin oodee

Addunyaan fbn miti
kan fagaate bakkee
Barumsaaf teeknoloojiin
gara hawaa sokkee

Munaagde bar- hedduu
umurii kee caaluu
Kan isa sii'achii
maaf beekuf hin ooluu?

Ilma akkoo malee
ilma abbaan ta'in
Anarraa gaarii malee
yaraa koo hin dhaalin

#Share
@Haadhawalaloo