Get Mystery Box with random crypto!

Fiilmiin #Siinan Eebbifamuufi! ... Walakkaan galii (50%) eebba | Ebisa Bayissa

Fiilmiin #Siinan Eebbifamuufi!
...
Walakkaan galii (50%) eebba fiilmichaa irraa argamu, uummata Oromoo qe'ee isaarraa buqqa'eef kan oolu ta'a.

Eebbi fiilmii Siinan kanaan dura guyyaa hin murtoofnetti darbee kan ture yoo ta'u, Mudde 23, 2015 (January 01, 2023) #Hoteela_Internaashinaalii_Ililliitti eebbifamuuf qophiin xumurameera.

Aartii keenya waliin dhaabachaa, uummata keenya haa gargaarru!
Qopheessaan @soliton.et