Get Mystery Box with random crypto!

Sambata Duraa borii sa’a 7:30 irraa eegallee galaa keenya qaba | Ebisa Bayissa

Sambata Duraa borii sa’a 7:30 irraa eegallee galaa keenya qabannee Giddu Gala Aadaa Oromootti wal geenyee kitaaba eebbisiisnee lammiilee keenya rakkoo keessa jiran haa gargaarru. Hundi keenya galaa qabna! Ulfaadhaa!