Get Mystery Box with random crypto!

Robale Tube

टेलीग्राम चैनल का लोगो yobsu1 — Robale Tube R
टेलीग्राम चैनल का लोगो yobsu1 — Robale Tube
चैनल का पता: @yobsu1
श्रेणियाँ: डिज़ाइन , अवर्गीकृत
भाषा: हिंदी
ग्राहकों: 3.03K
चैनल से विवरण

Create
Share for your friends
We make
- logo
- banner
- album art(poster design)
- photo editing
For promotion contact @Abenether or @abenezeryohannes
We sell channels
do promotions
Open and prepare channels
☞ For Editing @Yabsuye22

Ratings & Reviews

4.00

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

2

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

1

1 stars

0


नवीनतम संदेश

2022-05-19 23:25:43 koompitara irratti Amiriffaan barreessu beektu?
Ariitidhaanis ni barreessitu?

odeeffannoo fayyaduudha waliif share godha.

@free_ict_group

◕ሀ➭H_ሁ➭Hu_ሂ➭Hi_ሃ➭Ha_ሄ➭Hy_ህ➭He_ሆ➭Ho

◕ለ➭L_ሉ➭Lu_ሊ➭Li_ላ➭La_ሌ➭Ly_ል➭Le_ሎ➭Lo

❖ሐ➭Shift+h_ሑ➭Shift+hu_ሒ➭Shift+hi_ሓ➭Shift+ha_ሔ➭Shift+hy_ሕ➭Shift+he_ሖ➭Shift+ho

◕መ➭M_ሙ➭Mu_ሚ➭Mi_ማ➭Ma_ሜ➭My_ም➭Me_ሞ➭Mo

❖ሠ➭Shift+s_ሡ➭Shift+su_ሢ➭Shift+si_ሣ➭Shift+sa_ሤ➭Shift+sy_ሥ➭Shift+se_ሦ➭Shift+so

◕ረ➭R_ሩ➭Ru_ሪ➭Ri_ራ➭Ra_ሬ➭Ry_ር➭Re_ሮ➭Ro

◕ሰ➭S_ሱ➭Su_ሲ➭Si_ሳ➭Sa_ሴ➭Sy_ስ➭Se_ሶ➭So

❖ሸ➭Shift+s_ሹ➭Shift+su_ሺ➭Shift+si_ሻ➭Shift+sa_ሼ➭Shift+sy_ሽ➭Shift+se ሾ➭Shift+so

◕ቀ፡➭Q ቁ፡➭Qu ቂ፡➭Qi ቃ፡➭Qa ቄ፡➭Qy ቅ፡➭Qe ቆ፡➭Qo

◕በ፡➭B ቡ፡➭Bu ቢ፡➭Bi ባ፡➭Ba ቤ፡➭By ብ፡➭Be ቦ፡➭Bo

◕ተ፡➭T ቱ፡➭Tu ቲ፡➭Ti ታ፡➭Ta ቴ፡➭Ty ት፡➭Te ቶ፡➭To

◕ ቸ፡➭C ቹ፡➭Cu ቺ፡➭Ci ቻ፡➭Ca ቼ፡➭Cy ች፡➭Ce ቾ፡➭Co

◕ነ፡➭N ኑ፡➭Nu ኒ፡➭Ni ና፡➭Na ኔ፡➭Ny ን፡➭Ne ኖ፡➭No

❏ኘ፡➭Shift +n ኙ፡➭Shift +nu ኚ➭Shift+ni ኛ፡➭Shift +na ኜ፡➭Shift +ny ኝ፡➭Shift + ne ኞ፡➭Shift +no

◕ከ፡➭Ka ኩ፡➭Ku ኪ፡➭Ki ካ፡➭Ka ኬ፡➭Ky ክ፡➭Ke ኮ፡➭Ko

❖ ኸ ☛capslock + Shift + h
ኹ ☛capslock + Shift + hu
ኺ ☛capslock + Shift + hi
ኻ ☛Capslock + Shift + ha
ኼ ☛Capslock + Shift + hy
ኽ ☛Capslock + Shift + he
ኾ ☛Capslock + Shift + ho

❏ኀ፡➭ Capslock + H ኁ፡➭ Capslock + HU ኂ፡➭Capslock + HI ኃ፡➭Capslock + HA ኄ፡➭Capslock + HY ኅ፡➭Capslock + HE ኆ፡➭Capslock + HO

❏አ፡➭Capslock X ኡ፡➭Xu ኢ፡➭Xi ኣ፡➭Xa ኤ፡➭Xy እ፡➭Xe ኦ፡➭XoDe

❖ዐ፡➭Shift +x ዑ፡➭Shift +xu ዒ➭Shift +xi ዓ፡➭Shift +xa ዔ➭Shift +xy ዕ፡➭Shift +xe ዖ➭Shift +xo

✪ወ፡➭W ዉ፡➭Wu ዊ፡➭Wi ዋ፡➭Wa ዌ፡➭Wy ው፡➭We ዎ፡➭wo

✪ዘ፡➭Z ዙ፡➭Zu ዚ፡➭Zi ዛ፡➭Za ዜ፡➭Zy ዝ፡➭Ze ዞ፡➭Zo

❏ዠ፡➭Shift + Z ዡ፡➭Shift + Zu ዢ፡➭Shift + Zi ዣ፡➭Shift +Zaዤ፡➭Shift + Zy ዥ፡➭Shift +Ze ዦ፡➭Shift + Zo

✪ፈ፡➭F ፉ➭Fu ፊ፡➭Fi ፋ፡➭Fa ፌ፡➭Fy ፍ፡➭Fe ፎ፡➭Fo

✪ ፐ፡➭P ፑ፡➭Pu ፒ፡➭Pi ፓ፡➭Pa ፔ፡➭Py ፕ፡➭Pe ፖ፡➭Po

✪ገ፡➭G ጉ፡➭Gu ጊ፡➭Gi ጋ፡➭Ga ጌ፡➭Gy ግ፡➭Ge ጎ፡➭Go

✪ደ፡➭D ዱ፡➭Du ዲ፡➭Di ዳ፡➭Da ዴ፡➭Dy ድ፡➭ዶ፡Do

❏ጠ፡➭Shift + t ጡ፡➭Shift + tu ጢ፡➭Shift + ti ጣ፡➭Shift+ta ጤ፡➭Shift + ty ጥ፡➭Shift + te ጦ፡➭Shift + to

❏ጨ፡➭Shift +c ጩ፡➭Shift +cu ጪ፡➭Shift +ci ጫ፡➭Shift+caጬ፡➭Shift +cy ጭ፡➭Shift +ce ጮ: ➭Shift +co

❏ጸ፡➭Capslock + t ጹ፡➭Capslock + tu ጺ፡➭Capslock + ti ጻ፡➭Capslock + ta ጼ፡➭Capslock + ty ጽ፡➭Capslock + t ጾ፡➭Capslock + to

❖ ፀ➭☞Capslock+Shift+t
ፁ➭☞Capslock+Shift+tu
ፂ➭☞Capslock + Shift + ti
ፃ➭☞Capslock + Shift + t
ፄ➭☞Capslock + Shift + ty
ፅ➭☞Capslock + Shift + te
ፆ➭☞Capslock + Shift + to

✪ጀ፡➭J ጁ፡➭Gu ጂ፡➭Ji ጃ፡➭Ga ጄ፡➭Gy ጅ፡➭Ge ጆ፡➭Jo

✪ቨ፡➭V ቩ፡➭Vu ቪ፡➭Vi ቫ፡➭Va ቬ፡➭Vy ቭ፡➭Ve ቮ፡➭Vo
▁▁▁▁▁▁▁▁▁▁

ቋ➭Capslock+qwa ቧ➭Capslock+bwa
ቷ➭Capslock+twa
ኟ➭Capslock +Shift+nwa
ቿ➭Capslock+cwa ሟ➭Capslock+mwa
ቷ➭Capslock+twa ጓ➭Capslock gwa
ፏ➭Capslock+fwa ሯ➭Capslock +rwa ዷ➭Capslock+dwa ቯ➭Capslock+vwa ኋ➭Capslock+hwa ዟ➭Capslock+zwa ዧ➭Capslock+Shif+zwa
ኗ➭Capslock+nwa ሏ➭Capslock+lwa
ኳ➭Capslock+kwa ሷ➭Capslock+swa
ጇ➭Capslock+jwa ጧ➭Capslock+twa

@samitecno
share
97 views20:25
ओपन / कमेंट
2022-05-14 08:58:48 Chanaaloota Babareeddoo Lama isiinif qabaane dhihaane jiraa JOIN JECHUUN BOHAARA BASHAANANAA
19 views05:58
ओपन / कमेंट
2022-05-12 19:37:59 Chanaaloota Babareeddoo Lama isiinif qabaane dhihaane jiraa JOIN JECHUUN BOHAARA BASHAANANAA
66 views16:37
ओपन / कमेंट
2022-05-04 17:30:57 Chanaaloota Babareeddoo Lama isiinif qabaane dhihaane jiraa JOIN JECHUUN BOHAARA BASHAANANAA
259 views14:30
ओपन / कमेंट
2022-04-30 13:31:32 These are the top 10 latest technologies of 2022:

1.Artificial Intelligence.
2.Robotic Process Automation (RPA)
3.Internet of Things (IoT)
4.Intelligent Apps.
5.5G.
6.Machine Learning.
7.Blockchain.
8.Cognitive Computing

@samitecno
@samitecno
@free_ict_group
321 views10:31
ओपन / कमेंट
2022-04-27 22:46:35 Wayita bilbila haaraa 'smartphone' bitnu wantoota sirriitti adda baafannee beekuu qabnu.



1. Processor: nama yeroo hedduu bilbila fayyadamu yoo taane jechuunis photo/video/document fi kkf edit kan goonu akkasumas online video stream kan fayyadamnu taanaan bilbila processor isaa Qualcomm Snapdragon 652 ykn Snapdragon
820/821 ta'e filachuun gaariidha. Namoota kaaniif garuu MediaTek processor filatamaadha .

kanaafuu bilbila tokko bitu keenyaan duratti processing speed(saffisa inni ittiin hojii kennameef tokko hojjetu) GigaHertz (GHz) dhaan ibsamu sana ilaaluu qabna.

Speed(saffisa) isaa olka'aa taanaan(jechuunis GHz guddaa), processor isaa illee ariifataa ta'a.

2. Camera
Suuraawwan garaa garaa kaasuu akkasumas ofiif illee ka'uuf fedhii kan qabnu taanaan kaameeraan fuulduraa(front) osoo 8MP fi sanaa ol kan duubaa(rare) immoo 12MP ykn 16MP fi sanaa ol tahun isaa filatamaadha.

3. Battery
Bilbila keenyatti nama baayye fayyadamnu yoo taane fi application garaa garaa banuudhaan kan dhimma itti baanu, dabalataanis online video stream ni fayyadamna taanaan smartphone kan battery isaa 4000mAh fi isaa ol tahe ta'uu qaba.
Namoota giddu galeessaan itti fayyadamaniif garuu
3000mAh-3500mAh gahaadha.

4.Memory
Bilbilli keenya memory gosa 2 akka inni qabu beekamaadha.

√ Read Only Memory (ROM) fi
√ Random Access
Memory (RAM).

RAM processor waliin ta'uudhaan operation ykn hojiilee hojjatamanuu fi ariitii bilbila keenyaa murteessuu irratti gahee olaanaa taphata.

ROM(internal storage) immo waayee storage(kuusaa) isa ilaallatta. Wantoota akka video, photo, music,files
OS, application fi kkf kuusuuf(store) gochuuf gargaara.

Nama bilbila isaatti baayye dhimma bahuuf
RAM 3GB ykn 4 GB fi ol
ROM 32GB ykn 64 GB fi ol gaariidha.

5. Mobile Network
Guyyaa har'aa biyya keenya keessatti 4G bakka baayyetti waan babal'ateef akkasumas interneeta saffisa olaanaan fayyadamuuf bilbila network isa 4G support godhu ykn qabu bituun barbaachisadha.

6. Operating System (OS)
Android fi iOS keessaa tokko filanna, garuu biyya keenya keessatti android baayyinaan gabaa irra waan jiruu fi tajaajila isa illee salphaatti argachuu waan dandeenyuuf filannoon keenya isa osoo tahe gaariidha.

Android kun haaromsa(version) garaa garaa waan qabuuf jalqaba sana ilaaluutu nurra jiraata.

Android 9 fi Android 10 version (haaromsa) dhiheenyaati waan ta'aniif jarreen kana keessa tokko osoo tahe gaaridha. sababiin isaas application dhiyeenya bahaa jiran android version dhiheenya(latest) tahan qofa irratti dalagu waan taheef.

7. Security
Security kanneen akka fingerprint sensors,face unlock ykn iris sensors osoo qabaatee nageenyummaa barbaachisaa tahe bilbila keenyaaf kennuu danda'a. Irra jireessaan yoo faayila baayyee of eegganno barbaadan kanneen akka
document fi media files jechuunis photo video fi kkf qabaanne ibsitun kun (feature)akka password tti illee dabalataan nu tajaajilu danda'aa

Channel keenya join, like fi share gochuu hindagatina.


@samitecno
@free_ict_group
318 views19:46
ओपन / कमेंट
2022-04-27 22:19:44 Roadmap for becoming Back-End Developer in 2022

Learn the basics of Internet

1. How does the internet work?
2. What is HTTP & HTTPS?
3. What is Domain Name?
4. What is IP Address?
5. DNS and how it works?
6. What is hosting?
7. What is SMTP?

Basics of front-end languages

1. HTML
2. CSS
3. JavaScript

Learn a back-end language

1. PHP
2. NodeJS
3. Ruby On Rails
4. Python
5. Go
5. C#

Just learn anyone of the above language but make sure you have in-depth understanding of that language.

I will recommend NodeJs or PHP.

Learn Version Control System

1. Basic Git Commands
2. Repo hosting services
I. GitHub
II. Gitlab
III. Bitbucket

github is most popular and widely used among all of them

Learn about Relational Databases

1. MySQL
2. PostgreSQL
3. MariaDB
4. MS SQL
5. Oracle

MySQL is the most popular one.

Learn about NoSQL databases

1. MongoDB
2. RethinkDB
3. CouchDB
4. DynamoDB

NoSQL are very popular databases. Many startups are opting for NoSQL databases instead of SQL databases.

Learn About APIs

1. REST
2. JSON APIs
3. HATOAS
4. Open API Spec and Swagger
5. Authentication
6. GraphQL

Learn about caching

1. CDN (Cloud Delivery Network)
2. Server-side caching
I. Redis
II. Memcached
3. Client-side caching

Web Servers

1. Nginx
2. Apache
3. Reverse Proxy

Understand web security

1. Hashing Algorithm
I. MD5
II. SHA Family
III. Scrypt
IV. Bcrypt
2. HTTPS
3. CORS
4. SSL/TLS

Learn testing

1. Integration Testing
2. Unit Testing
3. Functional Testing

Containerization / Virtualization

1. Docker
2. Kubernetes
3. rkt

Architectural Patterns

1. Monolithic
2. Microservices
3. Serverless
4. Scaling (Horizontal & Vertical)
5. Load Balancers


@samitecno
233 views19:19
ओपन / कमेंट
2022-04-21 04:45:35 Maloota 7'n ariitii computer keenyaa ittiin dabaluu dandeenyu


1: Computer keessan wayita banutti sooftiweeronni ofiin banaman kan jiran yoo tahe #task_manager banuun #startup keessaa disable godha.

2: Computer keessan haalaan  banee hanga xumurutti application banuufis tahe xuxxuquuf hin yaalina .

3: Suuraa #size isaa guddaa ykn olaanaa tahe wallpaper dhaaf hinfayyadamina.

4: Application tokko itti fayyadamtanii xumuruun erga cuftanii booda desktop keessan refresh godha. Kunis RAM keenya bakka bal'aa akka argatuuf gargaara

5: Sooftiweerota itti hinfayyadamne yoo jiraate computer keessan irra haqaa(uninstall)godhaa.

6: Recycle bin keessan yeroo hunda qulqulleesssa.

7: Software hedduu si'a takkatti walfaana hinbaninaa.

Channel keenya Join gochuun Odeeffannoowwan teeknooloojii haarawa ta'an guyya guyyaan akkaataa itti fayyadama isaanii waliin argachuu
dandeessu.

@samitecno
@samitecno
@samitecno
362 views01:45
ओपन / कमेंट
2022-03-21 11:28:47 Join godha link kana waa'e safaritiif


https://t.me/Safaricom_ethiopia_new_bot?start=r0169308747
604 views08:28
ओपन / कमेंट
2022-03-03 01:03:07 How do you know about hacking ?
For solution
833 views22:03
ओपन / कमेंट