Get Mystery Box with random crypto!

Dr. Taaddasee Qana'aa Amantee kitaaba 'Anaafi Nuhi' jedhuun nu | NGO Health related and other vacancies

Dr. Taaddasee Qana'aa Amantee kitaaba "Anaafi Nuhi" jedhuun nuuf dhufaa jiru. Kun aaga dhageettiiti! Dhugaadhumatti, nama akka Dr. Taaddee kanarraa waan haaraa tokko argachuun carroomuudha. Kitaabichi egaa, bakkaafi yeroo waraqaa waamichaa kanarratti eerametti kan eebbifamu ta'a. Hundinuus afeeramnee jirra; haa eebbifannu.

Guddaa Keenyaaf milkii hawwina!

@Orobook