Get Mystery Box with random crypto!

Tartiiba Galmee #FIAS 1. Liinkii kana gadii kana xuquudhaan h | NGO Health related and other vacancies

Tartiiba Galmee #FIAS
1. Liinkii kana gadii kana xuquudhaan haga gucni(foormiin) guuttan isiniif dhufutti eeguu.

https://fias777.com/#/pages/register?invite_code=QJXThM2X&t=1651755565455

2. Erga foormiin yookaan gucni isiniif dhufee booda, iddoo duwwaa jiran irratti waan gaafatamte tartiibaan guutaa deemuu.

3. Bakka duwwaa tokkoffaa irratti lakkoofsa bilbilaa(phone number) jedha. Lakkoofsa bilbilaa keenya hunda otoo hin taane diijiitii sagal qofa galchuu qabna. Lakkoofsa bilbilaa keenya isa dhumaa yookaan zeeroo yoo feenemmoo akka nutti toluu fi dagachuu hin dandeenyeetti diijiitii tokko keessaa gannee dijitii sagal qofa galchuu qabna.
4. Inni itti aanu Verification code ( koodii ittiin mirkaneessinu) yoo tahu qubeen yookan lakkoofsi fi qubee wal makee diijiiti sadi bifa jajallateen gabatee sana dura jira. Lakkoofsa yookaan qubee argitan sana xiyyeeffannoodhan iddoo duwwaarratti guutuu qabdu. Yoo tari verification code error jedhee kan isin jeequ tahe , irra deebidhaan akka isiniif erguuf bakka lakkoofsi yookaan qubeen kun muldhatu gadi tuqaa.
5. Invite code ofii isaatuu guutamee waan jiruuf bira dabarra.
6. Password yookaan lakkoofsa iccitii kan mataa keenyaa kan baayyinnisaa 6 haga 16 hin caalle; kan yeroo hunda yaadannuu fi dagachuu hin qabne iddoo duwwaa lamaan hafan irratti guuttama. Iddoo duwwaan lachuu password keenya itti galchina. Erga kana hunda galchinee booda register now kan jedhu tuqna. Yoo tarii error jiraati bakka itti rakkoon uumame irra deebihuudhan guunna.

Dhumarratti irra deebidhaan lakkoofsa fi password ittiin galmoofne waan nu gaafatuuf lakkoofsa ittiin galmooftanii fi password keessan sirnaan kaawwadhaa.