Get Mystery Box with random crypto!

Yooyyaa harka fuune! Ijoollee Oromoo hundaaf Jaal Laggaasa | Haadha Walaloo

Yooyyaa harka fuune!
Ijoollee Oromoo hundaaf
Jaal Laggaasaa Wagii challenge
Dorgommii walaloo
Ulagaa dorgommichaa:-
Walaloo gootummaa Jaal Laggaasaa Wagii ibsu
Walaloo seera walaloo eege!
Sirna qubee fi Qub-guddeessa eeguu qaba.
Baay'ina keeyyata 3-5 kan hin caallee
Turtiin :-torbee tokko qofaaf
Ulaagaan badhaasichaa:- nama walaloon isaa jaalatamummaa olaanaa (like baay'ee) kan argate.
Badhaasa:-
1ffaa:- kitaaba "Atis akka Kee"jedhu kan Yeroosan Tulluu Amanteen barreeffame.
2ffaa:- kitaaba "Wal maleen qofaadha" jedhu kan Ibsaa Lammii Galataan barreeffame.
3ffaa:- Kuufama internetii kan ji'aa 1GB.
4ffaa:Kuufama internetii kan ji'a 500MB.
5ffaa:- Yeroo qilleensaa abbaa qarshii 25.
Carraa gaarii!

Walaloowwan keessa @Yerii_urjii irratti nuuf ergaa

#Share
@Walaloon_Jaalala