Get Mystery Box with random crypto!

Kolfi kolfi naan jedha kolfimmoo na dida Kolfa Onneerraa madde | Haadha Walaloo

Kolfi kolfi naan jedha
kolfimmoo na dida
Kolfa Onneerraa madde
Eessa abbaa koon fida?
-
Irraa jalli gubaa
ramaxaan marfamee
Mee natti himaa jamaa
akkamiinan kolfamee?
-
#share
@haadhawalaloo