Jaallatamoo hordoftoota koo! Namoonni hedduun bilbiltanii maal | Ebisa Bayissa
Jaallatamoo hordoftoota koo!
Namoonni hedduun bilbiltanii maaliif akka ani Facebook kiyya cufa na gaafataa jirtu. Rakkoo addaa qabaadhee otoo hin taane, hojii koo irratti xiyyeeffachuu waanan barbaadeefani.